Jireenyaa Fi Tajaajila Ergamaa Phaawulos - Diriba Ayele - Grāmatas - Createspace Independent Publishing Platf - 9781984255198 - 2018. gada 1. februāris
Ja vāks un nosaukums nesakrīt, pareizs ir nosaukums

Jireenyaa Fi Tajaajila Ergamaa Phaawulos


Saņemt e-pastu, kad prece būs pieejama
Do you have a profile? Pierakstīties
Saņemiet paziņojumus par jauniem Diriba Ayele izdevumiem
Pievienot savam iMusic vēlmju sarakstam

Not rated yet

An isa namootni Sabni keenya (Oromoon) macaafa dubbisuu hin jaallatu jedhan hin fudhadhu. Hangan danda'u garuu waan isaan dubbisan qopheessuufii irraa immoo of hin qusadhu. Macaafni kun bifa kanaan of danda'ee gita kanaan maxxanfamuun isaa isa jalqbaati. Kun immoo akka sagaleen Waaqayyoo karaa addaa addaa salphaatti namoota bira ga'uu fi akkasumas guddina afaan keenyaa keessatti qooda guddaa qaba. akka kootti ani qabiyyee isaatti baayyeen gammada. namootni dhuunfaattis dubbifatanii wan bu'aa gaarii ta'e irraa argachuu danda'anii dha. keessumaa waldaa kiristaan keessatti qorannaa macaafa qulqulluuf itti gargaaramuun gaarii ta'a. namootni keeyna biyyoota addaa adda keessa jiran macaafa maxxanfame (hard copy) salphaatti argachuun waan rakkisuu danda'uuf qoodni ykn carran kun akka laayyootti kan ilaalmu miti. an Waaqayyo caraa guddaa anaaf kennee ta'ee waa'ee Phaawulos akkasitti bareessee namoota biraan ga'uu kootti gammachuun anatti dhagaa'ame guddaadh. macaafa kana dubisuu jechuun walakkaa ol macaafota kakuu haraa dubbisuu jechuudha. kanaaf namootni macaafa kana bittanii dubbiftan Waaqayyo isin haa eebbisu, wal haa jajjabeessinu, yaada keessan naaf kennaa. eebbifamaa

Mediji Grāmatas     Paperback Book   (Grāmata ar mīksto vāku un līmēto muguru)
Izlaists 2018. gada 1. februāris
ISBN13 9781984255198
Izdevēji Createspace Independent Publishing Platf
Lapas 146
Izmēri 133 × 203 × 9 mm   ·   172 g
Valoda Oromo